Kaayyoon Sagantaa Xaabitaa
Ijjoollee fi nama beekaa macaafa qulqulluu barsiisuu dha.
Faarfannaa ijjoollee kan macaafa qulqulluu barsiisuuf fayyadu qopheesuu dha.
Meeshaalee barumsaa Macaafa qulqullu barsiisuuf fayyadan kan akka macaafaa fi fakkii adda addaa qopheesuu dha.